Wongeela Yohaannis 2:8 - Waadaa Haarawa8 Kanaan duubatti Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Jedhaa amma woraaba'aatii itti gaafatamaa afeerriitiif kennaa!» isaaniin ni jedhe, isaan'llee fidanii ni kennaniif. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a jedheen. Isaanillee isaanitti kennan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Kanaan maayessa, «Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a» jedheen. Isaanillee isaanitti kennan. Gade chapit la |