Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:7 - Waadaa Haarawa

7 Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Waabotatti bishaan guutaa!» isaaniin jedhe, isaan'llee haga afaan isaanii titti ni guutan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Yesuusillee worra cidha galchuun gaanii sanniinitti bisaan guutaa jedhe. Isaanillee haga afaanii guutan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuus worra cidha galchuun «Gaanii sanniinitti bisaan guutaa'a» jedhe. Isaan haga afaanii guutan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:7
12 Referans Kwoze  

Yeroo sanitti haati isaa tajaajilttoota achi turaniif, «Waan inni isiniin jedhu raawwadhaa!» isaaniin jette.


Afeerrii cidha kanaa irratti daadhiin woyinni'ii yeroo dhumumetti haati Yesusii Yesusiin, «Dhaadhiin woyinni'ii isaan jalaa dhumatee jiraa bee!» jetteen.


Yihudonni naamusa qulqullaayinnaa ni qaban waan turaniif, waabota dhaga'aa jaha achi ni turan, tokko tokkoon isaa'llee bishaan waabaa lamaa yookiin sadihii qabu'uuf ni danda'an turan.


Kanaan duubatti Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Jedhaa amma woraaba'aatii itti gaafatamaa afeerriitiif kennaa!» isaaniin ni jedhe, isaan'llee fidanii ni kennaniif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite