Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:6 - Waadaa Haarawa

6 Yihudonni naamusa qulqullaayinnaa ni qaban waan turaniif, waabota dhaga'aa jaha achi ni turan, tokko tokkoon isaa'llee bishaan waabaa lamaa yookiin sadihii qabu'uuf ni danda'an turan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Yihuudonni aadaa ufi qulqulleessu'uu waan qabaniif, gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin martinuu waabaa lama yookiin sadi qabata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Yihuudonni waan aadaa uf qulqulleessu'uu qabaniif gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin maruu waabaa lama yookaan sadihi qabata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:6
9 Referans Kwoze  

Yeroo sanitti barattoota Yohaannisiitii fi Yihudotaa jidduu waayee seera qulqullaayu'uu irratti mormmiin ni ka'e.


wonittoonni kunniin haga yeroo haarawoomissi dhufuu titti, hujii irra ka oolan seerota afaaniin dubbataman, inni'llee waayee nyaataatii fi dhugati'ii, waayee seerota adda addaa ka qulqullaayu'uutiif seerota raawwataman qofa.


Kristos kana ka taasise woldaya amanti'ii Qulqullaawomssu'uuf barbaadeeti ka isii Qulullaawomssee'llee, karaa dubbii isaatiin bishaaniin miiceeti.


Kanaaf sammuu hamaa irraa akka qulqulloofnnuuf onnee teenna fiicaminnee, qaama keenna'llee bishaan Qulqullu'uun miicannee, onnee qajeelttu'uu fi amanitii dhuga'aa qabannee gara Waaqaa haa dhiyaannuu.


Jalqaba Museen ajaja seerota ummata marattuu ni hime, kanaan duubatti dhiiga mirgoole'eetii fi dhiiga re'iinii bishaan woliin taasisee, kitaabcha seeraatii fi ummatoota maraa irratti hisoophi'ii fi rifeenissa hoola'aa diima'aan ni facaase,


akkuma kana ka cuupha'aa, harka irra kaayuu, waayee du'aa ka'uu, barsiisa murtii bara baraa'llee, irra deebinee akka hin hunddeesine.


«Inni'llee, ‹zayiitii waabaa dhibbaa tittu liqaan narra jira› jedhe, namichi sooru'llee, ‹woliigalteen mallateessite kunoot, dafii taa'iitii waabaa shantama jedhii barreessi!› jedheen.


Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Waabotatti bishaan guutaa!» isaaniin jedhe, isaan'llee haga afaan isaanii titti ni guutan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite