Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:3 - Waadaa Haarawa

3 Kanaaf Yihudaan miseensa lolttootaa tokko, akkuma kana itti gaafatamoota qeesotaatii fi Fariisota biraa worra ergaman, itti gaafatamoota wordiyyootaa qabatee gara bakka sanii ni dhufe, isaan'llee faanosaa fi xomborraa, meeshaa woraanaa'llee, qabatanii jiran ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Kanaaf Yihuudaan loltoota bulchoota gadootaaf, Fariisonnillee ergamtoota simatanii, ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Kanaaf Yihuudaan loltoota, bulchoota gadootaatii fi Fariisonnillee ergamtoota simatanii ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:3
15 Referans Kwoze  

Kanaan duubatti lolttootaa fi ajajaan isaanii, itti gaafatamoonni woriddiyyaa Yihudotaa'llee, Yesusiin qabanii ni hidhaniin.


«Yaa obboleeyyan, waayee Yihudaa namoota Yesusiin qabaniif durssaa ta'ee, Hafuurri Qulqulluun durssee afaan Daawiitiitiin ka dubbate, dubbiin kitaaba Qulqullu'uu raawwatamuu qaba ture.


Yesusii fi barattoonni isaa'llee irbaata ni nyaatan ture, Ilmi Simoonii Yihudaan naminni biyya Keriyootii garuu Yesusiin dabarssee kennu'uuf, seexanni onnee isaa keessa yaada hamaa ni buliche.


Itti aanissee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Yeroo sanitti Mootummaan Sami'ii ibisaa isaanii qabatanii ka fuudhu simachu'uuf ka bayan, shamarran shanan ni fakkaatti.


Namoonni waayee Yesusii hasaassi'iin yoo dubbatan Fariisonni ni dhagayan, kanaaf itti gaafatamoota qeesotaatii fi Fariisonni Yesusiin qabu'uuf, wordiyyoota Mana Waaqeffanna'aa ni ergan.


Yeroon qorra waan tureef tajaajilttootaa fi itti gaafatamoonni wordiyya'aa cilee irraa ibidda bobeessanii, dhaabatanii ni oo'ifatan ture, Phexiros'llee isaan woliin dhaabatee ni oo'ifata ture.


Yesus yeroo kana dubbatetti worra achi dhaabatanii turan itti gaafatamaan wordiyyootaa keessaa tokko, «Itti gaafatamaa qeesotaatiif deebiin deebifittu akkaanaa ree?» jechu'uun, Yesusiin dhabanaassa'aan ni dhayeen.


Itti gaafatamoonni qeesotaatii fi itti gaafatamoonni wordiyyootaa Yesusiin yeroo arganitti, «Fannisiin! Fannisiin!» jedha'aa, ni iyyan. Philaaxos garuu, «Ani gara kiyyaan balleessaa woyiituu isa irratti hin arganne, yoo barbaadan isin fudhadhaatii fannisa'aanii!» isaaniin jedhe.


Qiisaariyaa ka jiraatu Qorneelewos nama jedhamu tokkotu jira ture, inni'llee hoomaa woraana Rooma'aa jalatti, «Kutaa woraana Ixaaliya'aa» ka jedhamu keessatti, ajajaa dhibbaa ni ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite