Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:4 - Waadaa Haarawa

4 Kana isinitti dubbachuun kiyya garuu, yeroon yoo gayu maal akka isiniin jedhe, akka yaadattaniif.» «Kana maraa asiin durana ka isinitti himuu dhabe, isin woliin waan tureef.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Haata'uu ammoo yoo hennaan gaye, akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Haa ta'uu ammo yoo hennaan gaye akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:4
15 Referans Kwoze  

Kun yeroo ta'utti akka amanttaniif, duraan durssee isinitti himee jira.


Waan maraa durssee isinitti himee jiraatii, eegaa ufi eeggadhaa!


Kun uduu hin ta'iniin duranatti amma durssee ka isinitti himu, eega raawwatameen duubatti eennummaa kiyyatti akka amanittaniif.


Inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ka fuudhu isaan woliin yoo jirutti, jaalonni gadduun isaan irraa ni malaa ree? garuu yeroon ka fuudhu isaan biraa itti fudhatamu ni dhufa, yeroo sanitti ni sooman.


Yesus'llee, ka fuudhu uduu isin woliin jiru, jaalonni soomuun isaan irraa ni malaa ree? miti! ka fuudhu isaan woliin uduu jiru, soomuun isaan irra hin jiru.


«Eegaa wonittoota kanniin maraa durssee isinitti himee jira,


Gooftaan keenna Yesus Kristos akkuma naaf ibisetti dadafaan biyya lafaa kana irraa du'aan akka hin fooyaminne, ni beeka.


waayee kiyyaaf'llee rakkinna hagam gayu akka fudhatu, ni ibisaaf.»


Dhaqa'aatii'llee ‹Mootummaan Sami'ii dhiyaatee jirtti!› jedha'aa lallabaa.


Ergaa kana nuuf worri dabarssan, jalqabumaa kaasee ragoota ijaan arganii fi tajaajilttoota dubbii isaa worra turan.


Isin woliin yeroo turetti waan kana isinitti himee akka ture, hin yaadattanii ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite