Wongeela Yohaannis 15:2 - Waadaa Haarawa2 Firii ana irra jiru damee hin daraarre maraa, abbaan kiyya muree ni gataan, damee firii daraaru garuu baayi'essee akka daraaruuf, kittaanee ni qulqulleessaan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha. Gade chapit la |
Eegaa arjjoomnnii Waaqaatii fi sodaachisummaa isaa laalaa, sodaachisummaan isaa ka muldhisu worra kufan irratti yoo ta'u, arjjoomnni isaa ka muldhisu garuu isiniif, kana'llee ka raawwatu isa amanu'uun isatti amanu'uun jabaattanii yoo jiraattan, jabaachuu yoo dhabaattan garuu isin'llee muramttanii ni kufttan.