Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:12 - Waadaa Haarawa

12 Miila isaanii eega miiceen duubatti uffata isaa uffateeti gara bakka isaa titti deebi'ee ni taa'e, akkana'llee isaaniin jedhe, «Maal akka isiniif raawwadhe hubattanii ree?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Luka isaaniillee dhiqee, uffata ufii fudhatee deebi'ee taa'ee akkana isaaniin jedhe, «Waan ani isinii godhe hubattuu?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Luka isaanii dhiqee uffata ufii fudhatee deebi'ee taa'ee akkana isaaniin jedhe, «Waan ani isinii godhe hubattuu?»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:12
7 Referans Kwoze  

Yesus'llee, «Waan ani raawwadhu ati amma hin beekitu, maa'ii garuu ni hubatta» jedheen.


Kanaaf bakka nyaataatii ka'ee uffata isaa lafa ni kaaye, subbee ittiin sukkuumu'llee fudhee hidha isaa titti ni hidhate.


Dabalee'llee Yesus, «Waan kana mara hubattanii jirttanii ree?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Ee, yaa Gooftaa!» jedhan.


Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Isin'llee fakkeenni kun isiniif hin galuu? Eegaa fakkeennota kaanniin mara attamitti hubachu'uuf dandeettan ree?


Bakka nyaataa taa'ee ka nyaatuu fi ka dhaabatee tajaajilu kamittu wolii gudda'a? Gudda'a ka jedhamu ka nyaataaf taa'ee jiruu mitii? Ani garuu isin jiddu'uutti akka tajaajila'aati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite