Wongeela Yohaannis 13:10 - Waadaa Haarawa10 Yesus'llee, «Qaama isaa ka miicate garri inni qabu marrinuu qulqulluu waan ta'eef, miila isaa miicachu'uun alatti, ka bira'aa isa hin barbaachisu, isin'llee qulqullaayomota, garuu marri keessanuu Qulqullu'uu miti» jedheen. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA10 Yesuusillee, «Ka dhiqate luka dhiqachuu malee ka biraa hin barbaachisuun nafti maruu ammoo qulqullu'u. Isinillee qulqulloota, haata'uu ammoo isin maraa miti» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Yesuusillee, «Ka dhiqate luka dhiqachuu malee ka biraa hin barbaachisuun nafti maruu ammo qulqullu'u. Isinillee qulqulloota; haa ta'uu ammo isin maraa miti» jedheen. Gade chapit la |