Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:8 - Waadaa Haarawa

8 Hiyyeesonni yeroo maraa isinuma woliin jiran, ani garuu yeroo mara isin woliin hin ta'u» jedhe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Hiyyeeyyiin hennaa maraa waan isin woliin jiraataniif ani ammoo hennaa mara isin woliin hin jiraadhu» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Hiyyeeyyiin hennaa maraa waan isin woliin jiraataniif ani ammo hennaa mara isin woliin hin jiraadhu» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:8
9 Referans Kwoze  

hiyyeeyyiin yeroo maraa isin woliin waan jiraniif, yeroo barbaadanitti isaan gargaaru'uuf ni dandeettan, ana garuu yeroo mara isin woliin ana hin argattan.


Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Amma yeroo muraasaaf isin woliin ifin ni jira, dukkanni akka isin irraa hin geenneef, ifin uduu isinii jiru dedeebi'aa, dukkanaan ka dedeebi'u garam akka deemu hin beeku.


hiyyeeyyiin yeroo maraa isinuma woliin jiran, ani garuu yeroo mara isin woliin asitti hin ariggamu.


Yaa ijoolle, isin woliin yeroo baayi'ee hin turu, isin'llee ana barbaadan, namoota aangoo qaban worra Yihudotaatiif, ‹gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan› akkuma isaaniin jedhe, amma'llee isiniin'llee akkuma kana ni jedha.


Deebisee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Ani ni deema, isin'llee ana ni barbaaddan, garuu cubbuu keessaniin ni duutan malee, gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite