Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:4 - Waadaa Haarawa

4 Barattoota isaa keessaa tokko Yesus dabarssee ka kennu Yihudaan naminni biyya Keriyoot,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Haata'uu ammoo darasoota isaa keessaa ka dabarsee isa kennu'uuf ta'u, Yihuudaa biyya Asqorotuu ilma Simi'ooniiti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Haa ta'uu ammo darasoota isaa keessaa ka dabarsee isa kennu'uuf ta'u Yihuudaa ilma Simoonii biyya Keriyootiitii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:4
10 Referans Kwoze  

Simoonii hinaaftticha Yesusiin dabarssee kennee fi, Yihudaa nama biyya Keriyoot.


Yesus'llee, «Inni'llee buddeenna kana itto'oon tuqee ka afaan kaayuun» jedhe. Kana'llee jedhee buddeenna itto'oon tuqeeti, nama biyya Keriyootii ilma Simoonii Yihudaa afaan ni kaayeen.


Yesusii fi barattoonni isaa'llee irbaata ni nyaatan ture, Ilmi Simoonii Yihudaan naminni biyya Keriyootii garuu Yesusiin dabarssee kennu'uuf, seexanni onnee isaa keessa yaada hamaa ni buliche.


Ilma Yaaqoobii Yihuda'aa fi Yesusiin dabarssee ka kenne, Yihudaa Asiqoroticha.


Yeroo sanitti ergamoota isaa kudha lamaan keessaa tokko ka ta'e, Yihudaan naminni biyya Keriyootii gara mana itti gaafatamoota qeesotaa dhaqeeti,


«Shittoon kun dinaara dhibba sadihitti gurguramee, qarshiin hiyyeessotaa maali'iif hin kennamnne?» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite