Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 12:3 - Waadaa Haarawa

3 Yeroo sanitti Maariyaam gatiin isaa haalaan baayi'ee ka ta'e, Naardoosii qulqulluu irraa ka hojjatame, wolakkaa liitiraa ka ta'u shittoo shurrubbee tokkoo fiddee, miila Yesusii ni dibidde, rifeenissa mataa isi'iitiin'llee ni sukuumtte, manni'llee foolii shitto'ootiin ni guute.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Maariyaam urgoo naardoosii ka gatiin isaa guddaa baasu fuutee, luka Yesuusii dibde, luka isaa rifeensa mataa ufiitiin haxxe. Urgoon naardoosiillee mana urgeesse.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Maariyaam urgoo Naardoosii ka gatiin isaa guddaa baasu fuutee luka Yesuusii dibde; luka isaa rifeensa mataa ufiitiin haxxe. Urgoon Naardoosii mana urgeesse.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 12:3
16 Referans Kwoze  

Maariyaamiin tun'llee miila Goofta'aa shittoo ta dibiddee fi rifeenissa mataa isi'iitiin'llee ta sukuumtteen turtte, Alaazaariin dhukkubsate'llee obboleessa isi'ii ni ture.


Maariyaam'llee gara bakka Yesus ni jira turee dhufttee yeroo isa argitetti, miila isaa jalatti kuftteeti, «Yaa Gooftaa! Uduu ati as jiraateetii obboleessi kiyya hin du'uuyyu ture!» jetteen.


ati matama kiyya zayiitima'llee ana hin dibnne, isin garuu miila kiyya shittoo ni dibidde,


Maaritaan kana eega dubbatteen duubatti deemtee obboleettii isi'ii maariyaamiin, «Barsiisaan dhufee jira, si'llee ni waama» jettee, dhosa'aan ni waamitteen.


garuu wonitti barbaadamaan waan tokko qofa, Maariyaam waan fooyyaye filattee jirtti, isa'llee ka isii irraa fudhatu eennu'llee hin jiru.»


Asiin durana halkaniin gara Yesusii dhufee ka ture Niqoodemos, giraama dhibba tokko ka ta'u wol makaa qumibbi'ii fi hargiisaa qabatee ni dhufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite