Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 11:3 - Waadaa Haarawa

3 Obboleetiiwwan'llee, «Yaa Gooftaa, ka ati jaalattuun sun dhukkubsatee jira» jedhanii, gara Yesusii ni ergan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 11:3
16 Referans Kwoze  

Yesus Maaritaaa fi obboleettiin isi'ii Maariyaamiin, obboleessa isaanii Alaazaariin ni jaalata ture.


Ani worra isaan jaaladhu marattuu ni baanadha, isaan'llee ni adaba, kanaaf dammaqi, dhiifamaan gara Waaqaa'llee deebi'i,


Erasxos Qorontoositti hafee jira, Xrofimoos waan dhukkubsateef Miilexoostti dhiiseenii jira.


Yesus ni jaalataan ka ture, barattoota isaa keessaa tokko isa biraan taa'ee jira ture.


Kanaaf Yihudonni, «Attamitti ni jaalataan akka ture laalaa» jedhan.


Yesus kana eega isaaniin jedheen duubatti, «Waahelli keenna Alaazaar mugee jira, ani garuu hirribaa isa kaasu'uuf ni deema» jedhe.


Bitaaniyaa ka jiraatu nama Alaazaar jedhamu tokko dhukkubsatee jira ture, Bitaaniyaan Maariyaamii fi obboleettiin isi'ii Maaritaan ganda keessa jiraatan turtte.


Gooftaan'llee yeroo isii argetti garaa isi'ii laafeefii, «Jabaadhu, hin booyiin!» isi'iin jedheen.


Maariyaamiin tun'llee miila Goofta'aa shittoo ta dibiddee fi rifeenissa mataa isi'iitiin'llee ta sukuumtteen turtte, Alaazaariin dhukkubsate'llee obboleessa isi'ii ni ture.


Maaritaan'llee Yesusiin, «Yaa Gooftaa! Uduu ati asi jiraatteetii obboleessi kiyya hin du'u ture,


Isin ‹barsiisa'aa fi Gooftaa› naan jettan, ani barsiisa'aa fi Gooftaa waan ta'eef ka isin jettan sirri'i.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite