Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 10:7 - Waadaa Haarawa

7 Kanaaf Yesus deebi'ee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, ani balbala hoolotaati.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaa ti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuus ammallee akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ani balbala hoolotaati.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 10:7
12 Referans Kwoze  

Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Kara'aa fi dhugaan, jireenni'llee ana, karaa kiyyaan yoo ta'e malee eennu'llee gara Waaqa Abba'aa ka dhufu, hin jiru.


Karaa isaatiin marri keennaa hafuura tokkoochaan eemaraminnee, gara Waaqa Abba'aa ni dhiyaanna.


Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, gara karra gooruu hoolotaa uduu hin ta'in gara bira'aatiin naminni aseenu, hattu'uu fi shiftta'a.


Balballi ana, ka karaa kiyyaan aseenu ni fayya, ni aseena, ni baya, bakka oolu'llee ni argata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite