Wongeela Yohaannis 10:1 - Waadaa Haarawa1 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, gara karra gooruu hoolotaa uduu hin ta'in gara bira'aatiin naminni aseenu, hattu'uu fi shiftta'a. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 «Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin bayu ammoo inni hattu'uu fi saamtu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Ammallee Yesuus akkana jedhe, «Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha; ka gooruu hoolotaa balbalaan hin seenne, ka karra biraatiin seenu ammo inni hattu'uu fi saamtu'u. Gade chapit la |
Garuu bara duraanii titti ummaticha jidduu nabiyyoonni dharaa akkuma turan, isin jidduu'llee nabiyyoonni dharaa ni jiraatan, isaan balleessaa ka itti aanssu barsiifnni dharaa dhossa'aan akka tamisa'u ni taasisan, Gooftaa isaa fayyise'llee waakkatanii badii ariiffachiisaa mataa isaanii irratti ni fidan.