Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:8 - Waadaa Haarawa

8 Inni waayee ifaatiif ragaa bayu'uuf dhufe malee, inni mataan isaa ifaa hin turre.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Waan ifaa ragu'uuf dhufe malee, inni ifaa miti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Waan ifaa ragu'uuf dhufe malee inni ifaa miti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:8
4 Referans Kwoze  

inni'llee, «Ani Masihii miti» jechu'uun ragaa baye malee, hin waakkanne.


‹Isaan duranatti ergamee jira malee, ani Masihii miti› jedhee, akkuma isinitti hime isin mataan keessanuu ragoota kiyya.


Phaawulos'llee akkana ni jedhe, «Cuuphaan Yohaannisii ka waayee dhiifama cubbuutiif ka raawwatame, ummatatti'llee ka himame, ‹ka ana duubaan dhufutti amanaa› ka jedhu ture, inni'llee Yesus» isaaniin ni jedhe.


Nama maraaf ka ibisu ifin dhuga'aa gara biyya lafaa dhufa'aa jira ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite