Wongeela Yohaannis 1:44 - Waadaa Haarawa44 Filiphos'llee akkuma Indriyaasiitii fi akkuma Phexirosii, nama magaalaa Beetesayida'aa ni ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA44 Ganamaan Yesuus gara Galiila'aa ol bawuu barbaadee, Filiphoosiin argee, «Na faana koottu!» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu44 Yesuus ganamaan gara Galiila'aa ol bawuu barbaadee Filiphoosiin argee, «Na faana koottu!» jedheen. Gade chapit la |
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Si uunsha'a Koraazii! Si uunsha'a Betsayidaa! Baasonni isin keessatti taasfaman, Xiiroosii fi Sidoona'atti taasfamanii uduu jiraataniitii, namoonni achi ni jiraatan turan uffata isaanii ka gaddaa uffataniitii fi daaraa irra ta'anii, duraanuu gara Waaqaa ni deebi'an turan.