Wongeela Yohaannis 1:42 - Waadaa Haarawa42 Kanaan duubatti Indriyaas Simooniin, gara Yesusii ni fideen. Yesus'llee guutatee laaleeniiti, «Ati ilma Yoana'aa Simoon! Ammaa achitti garuu, Keefaa ni jedhamta» jedheen. (Keefaa jechuun Phexiros yookiin dhagaa siidaa jechu'u.) Gade chapit laWAADAA LAMMATAA42 Innillee firrisee obboleessa ufii Simooniin argee, «Kiristoosiin arganneerra» jedheen. Kiristoos jechuun, «Masihii» jechu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Inni firrisee obboleessa ufii Simooniin argee, «Kiristoosiin argineerra» jedheen. Kiristoos jechuun, «Masihii» jechu'u. Gade chapit la |
Akka utuba'aa fakkaatanii durssitoonni mulidhatan Yaaqoob, Phexirosii fi Yohaannis'llee, Waaqinni kennaa isaa ka bilisaatiin carraa addaa ka tajaajilaa kana akka naaf kenne yeroo hubatanitti, anaa fi Baarnaabaasiin malikata nu'u woliin hirmmaachuu isaanii ka ta'e harka isaanii ka mirgaa nuuf ni kennan, nu'u gara ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee akka deeminuuf isaan'llee gara Yihudotaa akka deemaniif, wolii ni galan.