Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Wonitti marrinuu isaan ni uumame, waan uumame maraa keessaa'llee, wonitti tokko'llee isaa malee ka uumame hin jiru.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Wonti martinuu isaan ta'e, waan ta'e keessaa tokkichillee isaan malee ka ta'e hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Wonti martinuu isaan ta'e, waan ta'e keessaa tokkichillee isaan malee ka ta'e hin jiru.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:3
20 Referans Kwoze  

Waaqinni keenna garuu uumaa waan maraatii fi nu'llee ka isaa worri taane Waaqa Abbaa tokko qofa, akkuma kana wonitti marrinuu ka isaan uumamee fi nu'llee ka isaan jiraannu, Gooftaan tokkochi Yesus Kristosiin qofa.


«Gooftaa keennaa fi yaa Waaqa keenna, waan maraa waan uumitteef, wonitti marrinuu ka uumamee fi ka jiraatu (jireenna ka argate) fedha keetiin waan ta'eef, ol aanttummaan, ulfinnii fi huminniti'llee si'iif ni male» ni jedhan turan.


Inni'llee biyya lafaa keessa ni ture, biyyi lafaa'llee ka uumame isaan, biyyi lafaa garuu isa hin beekinneen.


Akkuma kana baroota dabrranitti maraayyuu ka uume Waaqaan dhokatee dhossaa tureef, kaayyoon Waaqaa maal akka ta'e maraafuu akka ibisuuf, kennaan bilisaa naaf ni kenname.


Inni jalqaba Waaqa bira ni ture.


Biyyi lafaa dubbii Waaqaatiin akka uumame ka hubannu amanti'iin. Kanaaf wonitti mulidhatu marrinuu ka hin mulidhannee irraa akka hojjatame ni beekinna.


Yesus Masihii ta'uu ka amanu marrinuu Ilma Waaqaati, ka abbaa jaalatu marrinuu ilma'llee ni jaalata.


Maleyikkaa woldaya amantii Loodooqiya'aatiif akkana jedhii barreessi, Kun Ameenii ka ta'e, amanama'aa fi ragaa dhugaalessa ka ta'e irraa, uumama Waaqaa maraaf argama ka ta'e irraa ka himame,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite