2 Inni jalqaba Waaqa bira ni ture.
2 Kun jalqabumaa Rabbiin woliin ture.
Jalqaba dubbiin ni ture, dubbiin'llee Waaqa bira ni ture, dubbiin kun'llee Waaqa ni ture.
Wonitti marrinuu isaan ni uumame, waan uumame maraa keessaa'llee, wonitti tokko'llee isaa malee ka uumame hin jiru.