Wongeela Yohaannis 1:11 - Waadaa Haarawa11 Gara worra isaa ni dhufe, worri isaa garuu ufitti isa hin fudhanne. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA11 Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammoo isa hin simanne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammo isa hin simanne. Gade chapit la |
Phaawulosii fi Barnaabaas garuu akkana jechu'uun uggiinssaan ni dubbatan, «Dubbiin Waaqaa durssee isinitti dubbatamuun isaa barbaachisa'a, isin ufitti hin fudhannu yoo jettanii fi jireenni bara baraa akka isiniin hin malle mataa keessantti yoo murteessitan garuu kunnoo, nu'u deebinee gara ummata Waaqa dhugaa titti hin amannee ni deemnna.