Wongeela Yohaannis 1:1 - Waadaa Haarawa1 Jalqaba dubbiin ni ture, dubbiin'llee Waaqa bira ni ture, dubbiin kun'llee Waaqa ni ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Jalqaba jechatu ture; jechi Rabbiin bira ture; jechillee Rabbiin ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Jalqaba jechatu ture; jechi Rabbiin bira ture; jechi kun Rabbiin ture. Gade chapit la |
Dhossaan amantii keennaa shakkii malee ol aana'aa, inni'llee Waaqinni, «Nama ta'ee ni muldhate, dhugaa ta'uun isaa'llee hafuuraan ni beekkame, maleyikkootatti ni muldhate, ummatoota maraaf ni lallabame, namoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu itti ni amanan, ulfinnaan gara sami'ii ol ni deebi'e» ka jedhu.