Wongeela Maatewos 9:8 - Waadaa Haarawa8 Ummanni'llee yeroo kana arganitti ni maalalffatan, aangoo akkana kana'llee namaa kennuu isaatiif, Waaqa galateeffadhaa. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Baniin haga kana argan maalalanii, Rabbii baallii akkanaa namaa kenne ulfeeffatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Baniin haga kana argan maalalanii Rabbii baallii akkanaa namaa kenne galatoonfatan. Gade chapit la |
Itti gaafatamoonni ummataatii fi miseensonni yaaii'ii, Phexirosii fi Yohaannisiin wonitti adabssisuu sababaa woyiituu argachuu dhabuu isaaniitiin, ummata'llee waan sodaataniif, irra deebi'anii ufi eeggachiisanii isaan gad ni dhiisan, kana'llee ka raawwatan, ummanni waan ta'e maraanuu Waaqa ni galatteeffata waan turaniif.