Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:10 - Waadaa Haarawa

10 Saniin duubatti Yesus mana Maatewosii titti nyaataaf taa'ee uduu jiru, worri qaraachonni baayi'eenii fi cubbamoonni, garas dhufanii Isaa fi barattoota isaa woliin nyaataaf ni taa'an.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Yesuus mana Maatewoosiititti uduu hurbaata nyaachu'uuf taa'eeru, worri qaraxa guuruuf cubbamoonni hedduu nyaachu'uuf, Yesuusii fi darasoota isaa woliin taa'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuus mana Maatewoosiititti uduu hurbaata nyaachu'uuf taa'eeru worri qaraxa guuruu fi cubbamtoonni hedduu waa nyaachu'uuf Yesuusii fi darasoota isaa woliin taa'an.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:10
7 Referans Kwoze  

Waaqinni cubbamootaaf akka hin dhageenne waan beekkame, garuu Waaqa ka Waaqeffatuu fi fedhii isaa'llee naminni raawwatu yoo jiraate, Waaqinni isa ni dhagayaaf.


Yesus bakka sanii ka'ee deema'aa uduu jiru, Maatewos ka jedhame qaraacichi, bakka qaraxa wolitti itti qaban taa'ee argeeniiti, «Ana horddofi!» jedheen, inni'llee ka'ee ni horddofeen.


Fariisoonni kana arganii barattoota isaatiin, «Barsiisaan keessan qaraacotaatii fi fi cubbamootaan woliin, waayee maali'iitiif woliin nyaata?» isaaniin ni jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite