Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:5 - Waadaa Haarawa

5 Yesus gara magaalaa Qifrnnaahoomii yeroo aseenetti, ajajaan worra Rooma'aa ka dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, kadhachu'uun,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahomii seene, ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, akkana jedhee isa kadhate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahoomii seene ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee akkana jedhee isa kadhate,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:5
15 Referans Kwoze  

Ajajaan dhibbaatii fi isaan woliin Yesusiin ni eegan worri turan, sochii arddi'iitii fi waan ta'e maraa yeroo arganitti haalaan sodaatanii, «Dhugamaanuu kun Ilma Waaqaa ture!» jedhan.


Ajajaan dhibbaa garuu Phaawulosiin jalaa baasu'uuniif waan barbaadeef, yaada isaanii hin fudhanne, kana irra bishaan daakuu worri danda'an, durssanii doonii irraa gara garba ciisa'aa utaala'aa, gara lafaa titti akka bayaniif ni ajaje.


Yeroo kanatti Phaawulos ajajaa dhibbaatii fi lolttootaan'llee, «Hojjattoonni dooni'ii kunniin doonii irratti caldhisanii yoo hin taa'in, isin hafu'uuf hin dandeettan» isaaniin jedhe.


Phaawulos'llee ajajoota dhibbaa keessaa tokko waamee, «Mucaan kun ajajaa woraanaa titti waan himu waan qabuuf, gara isaa dhiyeessiin» ni jedheen.


Magaalaa Naazireetii'llee dhiisee, konyaa Zaabiloonii fi Niftaalemiitiin, garba ciisaa Galiila'aa biratti gara ka argamittuu gara magaalaa Qifirnaahoomii dhufee, ni jiraate.


Bubbeen diqqoon kibbaa yoo bubbifttu yeroo arganitti, akkuma yaadan waan isaaniif ta'e isaanitti fakkaatee, xiribbaa dooni'ii itti hidhatan fudhatanii adeemissa isaanii itti fufuuf ni ka'an, kibbaa'llee ka'anii Qarxeesiin bira bayanii hunda lamaaniin ni dabrran.


Kanaan duubatti ajajaan woraanaa ajajaawwan dhibbaa keessaa lamaan waamee, «Halkan keessaa sa'aatii sadihii yoo ta'u gara Qiisaariya'aa ka deeman lolttoota dhibba lamaa fi worra fardaa torbaatama, eboo darbbattoota dhibba lamaa'llee qopheessan.


Garuu teephaan hidhanii dhaanu'uuf yeroo qophaayantti, ajajaa dhibbaa ka Phaawulos bira dhaabatee jiruun, «Nama lamummaa worra Roomaa qabu tokko murttii malee isa dhaanu'uuf, isinii eeyyamamee jiraa ree?» ni jedheen.


Fannoo duranaan dhaabatee ka jiru ajajaan dhibbaa, lubbuun Yesusii attamitti foon irra akka adda baate yeroo argetti, «Naminni kun dhugamaanuu Ilma Waaqaa ture» jedhe.


Guyyaa muraasaan duubatti Yesus gara Qifirnaahoomii deebi'ee ni dhufe, achitti'llee mana keessa jiraachuun isaa ni dhagayame.


Kanaan duubatti Yesus hoboloo yaabachu'uun garba ciisa'aan ce'ee, gara magaalaa mataa isaa ni dhufe.


Ati'llee ta haga sami'ii titti ol jette Qifirnaahoom! Gara sioolii gad ni buuta! Baasonni si keessatti taasfaman, Sidoomtti taasfamanii uduu jiraataniitii, magaalattiin sun uduu hin badin, haga adhaa titti ni jiraatti turte!


Liidaan Yophe'etti dhiyoo waan turtteef ergamoota Yophee jiran, Phexiros Liidaa akka jiru dhagayanii, «Yabo'oo uduu hin turin nu dhaqab» jedhanii, namoota lamaa itti ni ergan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite