Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:3 - Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee harka isaa diriirssee qaqabeeniiti, «Eeyyamee jira fayyi!» jedheen. Waashaye'llee bakkumatti waashayinna isaa irraa ni fayye.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Ee hin fedhaa fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba irraa fayye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:3
19 Referans Kwoze  

Yesus'llee harka isaa hiixatee qaqabeeniiti, «Eeyyamee jiraa fayyi!» jedheen. Namichi'llee bakkumatti waashayinna isaa irraa ni fayye.


Yesus'llee garaa laafeefiiti harka isaa hiixatee qaqaba'aanii, «Eeyyamee jiraa fayyi!» jedheen.


Waaqinni Abbaan worra du'an akkuma kaasuu fi jireenna'llee akkuma isaanii kennu, Ilmi'llee akkuma kana nama barbaadeef, jireenna ni kennaaf.


Inni'llee hirribaa ka'ee bubbe'etti ni baanate, garba ciisa'aan'llee, «Caldhisi!» ni jedheen, bubeen'llee ni dhiise, caldhisiinssi ol aanaan'llee ni ta'e.


Yesus kana eega dubbateen duubatti, «Alaazaar! Koottuu bayi!» jedhee, qooniqqa ol aana'aan ni dubbate.


Kanaan duubatti Yesus ufi durana tarkaanfateeti siree reeffaa ni tuqe, namoonni siree reeffaa baadhatan'llee ni dhaabatan, Yesus'llee, «Ati dargaggeessa nana ka'i siin jedha!» jedhe.


Yesus'llee ummanni asii fi achi jedha'aa yoo bayan ni arge, hafuura batti'iin'llee, «Ati duuda'aa fi ka gurraan akka hin dhageenne taasfittu, mucaa keessaa akka baatu gara isaa'llee deebitee akka hin aseenneef, si ni ajaja!» jedhee, itti ni baanate.


Gara samii'llee ol jedhee laalee, kadhateeti namichaan, «Efittaa» jedheen. Hiikkaan isaa'llee, «Banami!» jechu'u.


Harka mucatti'ii'llee qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen, hiikkaan isaa'llee, «Mucattii nana ka'i siin jedha» jechu'u.


hujii naminni bara'aa hin raawwatin jidduu isaanitti raawwachuu uduu dhabaadheetii, cubbuu isinitti hin ta'u ture, amma garuu kana maraa eega arganiin duubatti, ana'llee Abbaa kiyya'llee jibbanii jiran.


Kanaan duubatti Yesus namicha harka naafaatiin «Harka kee diriirssi!» jedheen. Inni'llee yeroo diriirssetti harki isaa fayyee, akkuma harka fayyaalesaa ni ta'eef.


Akkuma kana yeroo nabiyyicha Elsaa'ii titti, waashayonni baayi'een biyya Israa'eelii ni jiran turan, garuu Sooriyaawicha Ni'imaaniin malee, saniin keessaa tokkochummaan'llee, hin fayyine.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite