Wongeela Maatewos 8:2 - Waadaa Haarawa2 Yeroo kanatti namichi waashaye tokko dhufee sagadeefiiti, «Yaa Gooftaa! Yoo eeyyamtte ana fayyisu'uuf ni danddeetta» jedhe. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeeta» jedha'aa sagadeef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedha'aa sagadeef. Gade chapit la |