Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:10 - Waadaa Haarawa

10 Yesus'llee kana yeroo dhagayetti ni maalalffate, isa horddofan namoota turaniin'llee akkana ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, amantii hagana gayu guddaa ka qabu, nama tokko'llee Israa'eelumaan keessattuu hin arganne.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa, Isiraa'eliin keessatti amantaa guddaa akkanaa nama qabu tokkochallee hin argine.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa Israa'eliin keessatti nama amantaa guddaa akkanaa qabu tokkochallee hin argine.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:10
9 Referans Kwoze  

Yesus kana yeroo dhagayetti ni maalalffate, gara namoota isa horddofanii'llee gara galee, «Israa'eeliin keessattuu amantii akkana gonkumaa hin arganne, isiniin jedha» isaaniin jedhe.


Yeroo sanitti Yesus, «Dubarttii nana amantiin kee gudda'a! Kanaaf akka fedhii keetii siif haa ta'u!» ni jedheen. Initaltti dubarttiin'llee yeroma sanitti ni fayyite.


Ummanni amanuu dhabuu isaatiin haalaan ni maalale, kanaan duubatti Yesus ganda mara keessa nanaya'aa, ni barsiisa ture.


Yesus garuu dubartti'iin, «Amantiin kee si fayyisee jira, nagayaan deemi!» jedheen.


Yesus amantii isaanii yeroo argetti naafttichaan, «Nama nana! Cubbuun kee siif dhabamisiifamee jira» jedheen.


Ani mataan kiyyaa namoota aangoo qabaniif ajajamaa yoo ta'u, anaa gadi lolttoota ajaju ni qaba, isaan keessaa tokkoon, ‹deemi!› yoo jedhuun ni deema, ka bira'aatiin'llee, ‹koottu!› yoo jedheen ni dhufa, tajaajilaa kiyyaan'llee, ‹kana raawwadhu!› yoo jedhuun, ni raawwata.»


Baayi'eewwan baya adu'uutii fi gara dhiyaatii ni dhufan, Abraahaam, Yisaaqii fi Yaaqoobiin woliin'llee Mootummaa Sami'ii titti, nyaataaf ni taa'an.


Maalalffachu'uu fi dinqisiiffachuun'llee akkana ni jedhan, «Kunniin worri akkana dubbatan marrinuu, namoota Galiilaatii mitii?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite