Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:8 - Waadaa Haarawa

8 ka kadhatu marrinuu ni fudhata, ka barbaadu'llee ni argata, balbala ka dhadhayuuf'llee ni banama.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Ka kadhatu maruu hin fudhata, ka barbaadullee hin argata, Ka balbala dhadhayuufillee hin banama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Ka kadhatu maruu hin fudhata; ka barbaadu hin argata; ka balbala dhadhayuufillee hin banama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:8
13 Referans Kwoze  

Gooftaan'llee akkana jedheen, «Gara karaa Qajeelaa jedhamuu deemi, achi'llee nama Yihudaa titti Saa'ol ka jedhamu nama biyya Xersees barbaadi, inni amma kadhannaa irra jira.»


Yesusii fi barttoonni isaa'llee gara cidha sanii waamamanii jiran ture.


«Kadhadhaa isinii kennama, barbaadaa ni argatan, balbala dhadhayaa isiniif banama,


Isin jiddu'uu finni isaa daabboo yoo kadhateen, dhagaa ka kennuuf eennu?


ka kadhatu marrinuu ni fudhata, ka barbaadu'llee ni argata, cufantaa'llee ka dhadhayuu ni banamaaf.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite