Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:10 - Waadaa Haarawa

10 Qurxummii yoo kadhateen, bofa ni kennamaaf ree?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Yookiin yoo qurxummii kadhate, bofa kennaafii?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yookaan yoo qurxummii kadhate bofa kennaafii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:10
4 Referans Kwoze  

Isin jiddu'uu finni isaa daabboo yoo kadhateen, dhagaa ka kennuuf eennu?


Eegaa isin hamaaleyyii taatanii uduu jirttan, ijoollee teessaniif waan mishaa kennuu eega beekittan, eegasuu, ka samii jiru Abbaan keessan ammoo worra isa kadhataniif, attam caalichisee waan mishaa isaaniif hin kennine!»


Akkuma Museen gammoojji'itti bofa ol fageessee fannise, akkuma kana Ilmi Namaa'llee ol fagaatee fannifamuun ni malaan.


Bofinni Hewaanin dabaan akkuma isii dogoggorssiiseen yookiin yaadinni keessan'llee badee, Kristosiif ka qabddan yaadinni qajeelaan, qulqulluu fi amanammummaa ni dhiifittan jedhee sodaadha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite