Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:1 - Waadaa Haarawa

1 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Isin irratti akka hin murtteeffamnneef, eennuun irratti'llee hin murtteessinaa,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus, «Rabbi akka isinitti hin murteessine, isin namatti hin murteessinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Rabbi akka isinitti hin murteessine, isin namatti hin murteessinaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:1
13 Referans Kwoze  

«Eennuun irratti'llee hin murtteesinaa, isin irratti'llee hin murteeffamu, kaanniin hin ashinaa, isin'llee hin ashamittan, dhiifama taasisaa, isiniif'llee dhiifama ni taasfama,


«Gudeelcha ija tee keessa jiru uduu hin argin, waayee maali'iitiif huuba ija obboleessa keetii keessa jiru laaltta?


Ati fakkeessaa nana! Durssiitii gudeelcha ija kee keessa jiru baasi, saniin duubatti'llee, huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, qulqulleessitee ni argita.»


murtima kaaniin irratti murteessitaniin isin irratti'llee ni murtteeffama, akkuma kana safarttuma ittiin safarttaniin isiniif'llee ni safarama.


Yaa obboleeyyan! Nu'u barsiisota worri taane murtii caalaa ta'e akka fudhannu ni beekittaniitii, isin keessaa baayi'eewwan barsiisota hin ta'in.


Irra dedeebi'anii yeroo isa gaafatanitti ol jedheeti, «Isaan keessaa ka cubbuu hin qabnne, dhagaa jalqabaa isii irratti haa darbatu!» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite