Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:8 - Waadaa Haarawa

8 Isin garuu, Abbaan keessan waan isin barbaachisu uduma isin isa hin kadhatiniin, durssee waan beekuuf, akka isaanii hin ta'inaa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Kanaafuu isin isaan hin fakkaatinaa'a. Abbaan keessan waan isin barbaachisu uduma isin isa hin gaafatinuu hin beeka.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Kanaafuu isin isaan hin fakkaatinaa'a. Abbaan keessan waan isin barbaachisu uduma isin isa hin gaafatinuu hin beeka.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:8
6 Referans Kwoze  

Kana argachu'uuf ammoo ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amannee ni barbaadan, isin kun marrinuu akka isin barbaachisu, Abbaan keessan ka sami'ii ni beeka.


Kana argachu'uuf ammoo namoonni biyya lafa kanaa'llee ni sarddaman, isin garuu kun marrinuu akka isin barbaachisu Abbaan keessan ka sami'ii ni beeka.


Kanaaf waayee waan maraatiifuu kadhanna'aan, kadhachu'uu fi galataan Waaqaaf dhiyeessaa malee, waayee woma kamiitiifuu hin sarddaminaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite