Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:3 - Waadaa Haarawa

3 Ati garuu kennaa arjjoomaa yeroo arjjoomttutti, waan harki kee ka mirgaa raawwatu, harki kee ka bita'aa hin beekin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3-4 Ati ammoo hennaa arjoomtu, arjummaan kee dhossa'aan akka ta'u, waan harki kee ka mirgaa hojjatu harki kee ka bita'aa hin beekin! Abbaan kee ka waan dhossa'aan godhame argu jasaa kee ifaan sii deebisa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3-4 Ati ammo hennaa arjoomtu arjummaan kee dhossa'aan akka ta'u, waan harki kee ka mirgaa hojjatu harki kee ka bita'aa hin beekin! Abbaan kee ka waan dhossa'aan godhame argu jasaa kee ifaan sii deebisa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:3
7 Referans Kwoze  

ifatti beekkamu'uuf naminni barbaadu hujii isaa dhosa'aan hin raawwatu, ati'llee wonittoota kanniin mara yoo raawwattutti, mataa kee biyya lafaatiif muldhisuu si barbaachisa.»


Ijji isaanii'llee ni banaman, Yesus'llee, «Waan kana eennutti'llee hin himnaa!» jechu'uun, ciminnaan isaan ni ajaje.


«Waan kana eennutti'llee akka hin himnneef ufi eeggadhu, garuu deemiitii mataa kee qeesichatti muldhis, isaaniif'llee ragaa akka ta'u waayee fayyinna keetiitiif, kitimaa dhiyeessi» jedheen.


Inni hin mormmu, yookiin hin iyyu, karaawwan irratti'llee qoonqqa isaa ka dhagayu hin jiru.


Kanaan duubatti Yesus, namicha waashayinna irraa fayyeen akkana ni jedheen, «Waan kana eennutti'llee hin dubbatin, garuu deemiitii fayyuu kee qeesicha kee titti muldhisi, ragaa isaanitti akka ta'uu danda'u, waayee fayyuu keetiitiif kennaa Museen ajaje, Waaqaaf dhiyeessi!» jedheen.


«Kanaaf hiyyeesotaa yeroo arjjoomttantti, fakkeessitoonni bakka woligayii isaaniitii fi karaa mara irratti akkuma raawwatan, muldhachu'uuf hin raawwatinaa, dhugamaan isinitti ni hima, isaan gatii isaanii durssanii fudhatanii jiran.»


Eegaa arjjoomnni kee dhossa'aan haa ta'u, dhossa'aan waan hojjatame ka argu Abbaan kee, gatii hujii kee misha'aa siif ni kafala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite