Wongeela Maatewos 6:2 - Waadaa Haarawa2 «Kanaaf hiyyeesotaa yeroo arjjoomttantti, fakkeessitoonni bakka woligayii isaaniitii fi karaa mara irratti akkuma raawwatan, muldhachu'uuf hin raawwatinaa, dhugamaan isinitti ni hima, isaan gatii isaanii durssanii fudhatanii jiran.» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 «Eegasuu isin hennaa hiyyeeyyi'iif arjoomtan, akka worra uf tuulanii nama biratti ulfinna ittiin argatu'uuf jedhanii, mana sagadaatii fi karaa irrattillee uf mudhisu'uuf akkuma godhan, hin godhinaa'a. Ani dhugamaan isiniin jedha isaan gatii ufii argataniiran. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 «Eegasuu isin hennaa hiyyeeyyi'iif arjoomtan, akka worra uf tuulanii nama biratti ulfinna ittiin argatu'uuf jedhanii mana sagadaatii fi karaa irrattillee uf mudhisu'uuf godhan hin godhinaa'a. Ani dhugamaan isiniin jedha isaan gatii ufii argataniiran. Gade chapit la |
Akkuma kana guddeelcha ija kee keessa jiru uduu hin argin obboleessa keetiin, ‹yaa obboleessa kiyya, mee huuba ija tee keessa jiru si haa baasuu› jechu'uu attamitti dandeetta? Ati yaa fakkeessaa nana, durssiitii guddeelcha ija kee keessa jiru baasi, kanaan duubatti huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, qulqulleesitee laalu'uuf ni dandeetta.»