Wongeela Maatewos 6:1 - Waadaa Haarawa1 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Namoonni nuuf haa argan jettanii hujii keessan mishaa namoota duranatti, raawwachuu irraa ufi eeggadhaa, yoo ta'uu dhabaate garuu, Abbaa keessan ka sami'ii biratti gatii woyiituu hin ariggattan.» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Yesuus, «Namni akka isin arguuf jettanii hujii mishaa afoo isaaniititti akka hin hunye uf eeggadhaa'a! Akkas yoo gootan, Abbaa keessan ka samii jiraatu irraa gatii hin argattani. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Namni akka isin arguuf jettanii hujii mishaa afoo isaaniititti akka hin hunye uf eeggadhaa'a! yoo akkas gootan ammo Abbaa keessan ka sami'ii biraa gatii woyiituu hin argattan. Gade chapit la |
Yeroo sanitti namoonni kuma baayi'e'etti lakkaayaman wol ni gayan, baayi'inna isaanii irraa'llee ka ka'een ufii isaaniitii wol hacuuca'aa wol dhidhiitan ture, Yesus'llee durssee barattoota isaatiin akkana jechuu jala ni qabe, «Shiishaa worra Farisotaa jechu'uun'llee, fakkeessitummaa isaanii irraa ufi eeggadhaa jechu'u.
Phexiros'llee namoota yeroo argetti akkana isaaniin ni jedhe, «Yaa namoota Israa'eelii! waan kanaan waayee maali'iitiif maalalffattan? Maali'iif'llee guutattanii nu laalttan? Nu huminna keennaan yookiin hujii keenna misha'aan kana ka naminni akka tarkaanffatu taasise, waan taasfinne isinitti ni fakkaataa ree?