Wongeela Maatewos 5:7 - Waadaa Haarawa7 Dhiifama waan argataniif, dhiifama worri taasisan ka eebbifaman. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA7 Worri namaa dhiifama godhan worra eebbifame; Rabbi waan isaanii araaramuuf! Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Worri namaa araaraman worra eebbifame; Rabbi waan isaanii araaramuuf! Gade chapit la |
Isin garuu diinota keessan jaaladhaa! Waan mishaa'llee isaaniif raawwadhaa, harka keenna nutti fakkaata jettanii abddii uduu hin taasisin liqeessaa, kana yoo taasfttan gatiin keessan guddaa ni ta'a, ijoollee Waaqa Jiraata'aa'llee ni taatan, inni worra galata dhabeeyyi'ii fi hamaaleyyi'iif'llee uduu hin hafin arjja'a.