Wongeela Maatewos 5:3 - Waadaa Haarawa3 «Mootummaan Sami'ii ta isaanii waan taateef, jireenna isaanii ka hafuuraatiin hiyyeeyyii ta'uun isaanii worri itti dhagayamu, ka eebbifaman. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA3 «Worri Ayyaanaan hiyyeeyyii ta'an, worra eebbifame, Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef! Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 «Worri Ayyaanaan hiyyeeyyii ta'an, worra eebbifame, Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef! Gade chapit la |