Wongeela Maatewos 5:10 - Waadaa Haarawa10 Waayee qulqullaayomaatiif worri ari'aman, Mootummaan Sami'ii ta isaanii waan taateef, ka eebbifaman. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA10 Worri qajeellumma'aaf ari'aman worra eebbifame; Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef! Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Worri qajeellumma'aaf ari'aman worra eebbifame; Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef! Gade chapit la |
Akkuma kana isaan worri obissaan jabaatanii dhaabatan, «Ka eebbifaman» isaaniin ni jenna, Iyyoob attamitti akka obisse dhageettanii jirttan. Gooftaan'llee muummee irratti waan mishaa isaaf raawwate argitanii jirttan, kanaan'llee Gooftaan dhiifama taasisa'aa fi gara laafessa ta'uu isaa beekittannii jirttan.