Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:7 - Waadaa Haarawa

7 Yesus'llee deebisee, « ‹Gooftaa Waaqa kee hin qormmaatniin!› jedhamee barreeffamee jira» jedheen.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Yesuusillee deebisee, Barreeffamni Woyyuun, «Waaqa Gooftaa kee hin qorin jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuusillee deebisee, «Barreeffamni Woyyuun, ‹Waaqa Gooftaa kee hin qorin› jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:7
21 Referans Kwoze  

Isaan keessaa'llee tokko tokko akkuma Gooftaa qormmaataniin fi bofaan iddamanii akkuma du'an, nu'llee Gooftaa akka hin qormaanneen.


Achitti abbootiin teessan ana ni qormmaatan, ana ni doorsisan'lle'e, woggaa afurtamaa waan raawwadhe'llee ni argan» jedha Waaqinni.


Yeroo kana Phexiros, «Hafuura Waaqaa qormaatu'uuf attamitti wolii galttan? Kunoo! Abbaa worraa kee awwaalanii namoonni deebi'an balbala ni jiran, si'llee fidanii haa awaalan» jedheen.


Yesus garuu, «Naminni ka jiraatu dubbii afaan Waaqaatii bayu maraan malee, buddeena qofaanii miti jedhamee barreeffamee jira» jedheen.


Yeroo sanitti Yesus, «Gooftaa Waaqa keetiif sagadi, isuma qofa'llee Waaqeffadhu! jedhamee barreeffamee jiraatii, ati sheexanni narraa fagaadhu!» jedheen.


Itti aanssee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Kitaabban qulqullaawota keessatti, ‹dhagaa worri kaabaa dhaga'aa ijaaran tuffataniin, inni dhagaa ijoo cabissata mata'aa ni ta'e, kun'llee hujii Goofta'aati, ija teennaaf'llee baasa› jedhamee ka barreeffame, gonkumaa isin hin dubbifinnee moo?»


Kanaaf Yesusiin, «Daai'mman tunniin waan jedhan ni dhageettaa mitii ree?» ni jedhaniin, inni'llee, «Ee, ni dhagaya, ‹ijoolle'ee fi daai'mman harmma hodhan afaanii galata ni qopheessite› ka jedhu, gonkumaa hin dubbifinnee moo?» isaaniin jedhe.


Yesus'llee, «Waaqa Gooftaa kee ‹hin qormaatniin› jedhamee barreeffamee jira» jechu'uun, ni deebiseef.


Eegaa abbootii keenna ta'ee nu'u waanijjoo baadhachuu hin danda'in gurmmuu amanttoota irratti fe'uun, maali'iif amma Waaqa qormmattaniin?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite