Wongeela Maatewos 4:4 - Waadaa Haarawa4 Yesus garuu, «Naminni ka jiraatu dubbii afaan Waaqaatii bayu maraan malee, buddeena qofaanii miti jedhamee barreeffamee jira» jedheen. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA4 Innillee deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayuun jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu» jedhamee barreeffameera jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Inni deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayu maraan jiraata malee xoroshoo calla'aan hin jiraatu jedhamee barreeffameera» jedheen. Gade chapit la |