Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:21 - Waadaa Haarawa

21 Achi bira'llee dabrree, ijoollee Zebdiwoosii ka ta'an kuunniin obboleeyyan lamaan, Yaaqoobii fi Yohaannisiin ni arge. Isaan'llee abbaa isaanii Zebdiwoosiin woliin hoboloo irra ta'anii, tabbaarrii isaanii suppha'aa uduma jiran, isaan ni waame.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

21 Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin, ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo uduu midhaaffatan argee, isaan waame;

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan uduu yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo midhaaffatan argee isaan waame;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:21
12 Referans Kwoze  

Bo'anergees yookiin ijoollee hangaasu'uu jedhee ka moggaase, ijoollee Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannisiin,


Tarreen maqaa barattoota kudha lamaanii'llee akka itti aanee jiru, jalqaba Phexiros ka jedhame Simoonii fi obboleessi isaa Indriyaas, ijoolleen Zabdiyoosii Yaaqoobii fi Yohaannis,


obboleessa Yohaannisii Yaaqoobiin billayaan ni ajjeesiseen.


Simoon Phexiros, Diidimoos ka jedhame Toomaas, Naatinaa'eliin Qaanaa Galiila'aa, ilmaan Zabdewoosiitii fi kuunniin barattoonni lamaa'llee, isa woliin ni turan.


Yesus Phexirosii fi Yaaqoob, obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin malee, eennu'llee akka isa horddofuun hin eeyyaminne.


Isa woliin Phexirosii fi ijoollee Zabdewoosii lamaan fudhatee ni deeme, gaddu'uu fi sarddamuu'llee jala qabee.


Guyyaa jahaan duubatti Yesus Phexirosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaanisiin qofa fudhatee, adduma isaa gara gaara ol fagaatuu tokkoo, irra ni bayan.


Isaan'llee bakkumatti tabbaarrii isaanii dhiisanii, isa ni horddofaniin.


Isaan'llee bakkumatti hoboloo isaaniitii fi abbaa isaanii'llee, dhiisanii ni horddofaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite