Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:2 - Waadaa Haarawa

2 Achitti'llee guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa eega soomeen duubatti, ni beelaye.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa haga soomeen maayessa hin beelaye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Inni haga guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa soomeen maayessa hin beelaye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:2
14 Referans Kwoze  

Achitti'llee guyyaa afurtamaa sheexanaan ni qormaatame, guyyoota sanniinitti'llee womaayyuu waan hin nyaatiniif, muumme'etti ni beelaye.


Achi'llee boollaa bishaanii ta Yaaqoobiititu jira ture, Yesus karaa deemuu irraa ka ka'een waan dadhabeef, boolla bira ni taa'e, yero'oon'llee gara saa'aatii jahaa ni ta'a ture.


Bariisaa'llee Bitaaniya'aa yoo deebi'an, Yesus ni beelaye.


Yesus ganama obboro'oon gara magaala'aa deebi'ee yeroo deemutti ni beelaye.


Beelayee ture, ana nyaachifttanii jirttan, dheebodhee ture, ana obaafttanii jirttan, keessummaa ta'ee ni dhufee, mana keessantti ana simattanii jirttan,


Beelayee ture ana hin nyaachifnne, dheebodhee ture ana hin obaafnne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite