Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:16 - Waadaa Haarawa

16 ummanni dukkana keessa jiraatu, ifa ol aanaa ni arge, arddii gaaddisa du'aa itti buuse worra jiraataniif'llee, ifin ni bayeef.»

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

16 Baniin dukkana keessa jiraate, ifa guddaa arge; worra lafa du'aatii fi gaadidduu du'aa jala jiraataniif, ifni ife» jedhu akka raawwatamuuf kun ta'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Baniin dukkana keessa jiraate, ifa guddaa arge; worra lafa du'aatii fi gaaddidduu du'aa jala jiraataniif, ifni ife» jedhu akka raawwatamuuf kun ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:16
14 Referans Kwoze  

inni ummata Waaqa dhugaa titti hin amanneef ifa dhugaa muldhisu ni ta'a, ummata kee ka Israa'eliif ulfinna.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite