Wongeela Maatewos 3:4 - Waadaa Haarawa4 Uffanni Yohaannisii'llee rifeenissa gaalaa irraa ka hojjatame ture, hidha isaa titti'llee teepha ni hidhata ture, nyaanni isaa'llee awwaannisaa fi daamma daamu'uu ni ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA4 Uffanni Yohaannisii rifeensa gaalaa irraa hojjatame; inni mudhii ufii teephaan hidhata; Nyaanni isaallee awwaannisaa fi damma gammoojjii keessaati. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Uffanni Yohaannisii rifeensa gaalaa irraa hojjatame; inni mudhii ufii teephaan hidhata; Nyaanni isaa awwaannisaa fi damma gammoojjii keessaati. Gade chapit la |