Wongeela Maatewos 3:3 - Waadaa Haarawa3 « ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa, xurree'llee qajeelchaa!› Jedha'aa qooniqqa nama gammoojji'itti iyyuuti» jedhee nabiyyichi Isaayaas ka dubbate, waayee Yohaannisiiti ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA3 Raatticha Isaayyaasiin, «Namni tokko lafa gammoojjii keessaa iyya'aa, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a›; daandii inni irra deemu qajeelchaa'a!» Hennaa jedhu inni waan Yohaannisii dubbate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Ka raatticha Isaayyaasiin, akkana jedhamee dubbatameef isa; «Namni tokko lafa gammoojji'ii keessaa iyya'aa, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a›; daandii inni irra deemu qajeelchaa'a!» Hennaa jedhu inni waan Yohaannisii dubbate. Gade chapit la |