Wongeela Maatewos 3:2 - Waadaa Haarawa2 Yoo barsiisutti'llee, «Kunoo! Mootummaan Sami'ii dhiyaattee jirttiitii, gara Waaqaa deebi'aa!» ni jedha ture. Gade chapit la |
Garuu durssee namoonni Damaasqoo jiran itti aanssee'llee Yerusaalemii fi arddii Yihuda'aa'llee ka jiran marrinuu, akkuma kana ummanni Waaqa dhugaa titti hin amanne'llee dabalatee, gara Waaqaa akka deebi'aniif isaan ni barsiise, gara Waaqaa deebi'uu isaanii'llee waan mulidhisu akka raawwataniif isaan ni barsiise.