Wongeela Maatewos 3:16 - Waadaa Haarawa16 Yesus cuuphamee bakkumatti akkuma bishaan keessaa bayeen samiin ni baname, Hafuurri Waaqaa'llee fakkeenna handari'iitiin bu'ee Yesusiin irra yoo taa'u ni arge. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA16 Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, Yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Yesuus akkuma cuuphamee bisaan keessaa bayeen yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge. Gade chapit la |