Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:13 - Waadaa Haarawa

13 Yeroo sanitti Yesus harka Yohaannisii titti cuuphamu'uuf, Galiilaa gara laga Yoordaanosii ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

13 Yesuus hennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordanoosii dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Yesuus hennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yoordaanosii dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:13
7 Referans Kwoze  

Garuu Aekelaawos bakka abbaa isaa Heerodisii bu'ee, arddii Yihuda'aa irratti mootomuu isaa yeroo dhagayetti, Yooseef garas deemu'uuf ni sodaate. Ta'u'llee eebjju'uun qajeelchi waan isaa kennameef, gara arddii Galiila'aa ni deeme.


Cubbuu isaanii himata'aa, laga Yoordaanosii, harka Yohaannisii titti ni cuuphaman turan.


Yohaannis'llee, «Kun ammoo hin ta'u, ani harka keetitti cuuphamuu yoo narraa malu, attamitti ati gara kiyya dhuftta!» jedhee, dhooguunii jala ni qabe.


Ani mataan kiyyaa hin beekuun ture, garuu inni ummata Israa'eelii titti akka muldhatuuf, ani bishaaniin cuupha'aa ni dhufe.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite