Wongeela Maatewos 3:12 - Waadaa Haarawa12 Inni manshiin harka isaa ni jira. Isaan'llee ooddii haala misha'aan ni qulqulleessa. Qamadii'llee Gootaraa isaa titti ni galcha, ibbiqiin garuu ibidda hin badinneen ni guba.» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA12 Inni Manshii harkaa qaba. Oyiddillee sirritti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammoo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba». Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Inni Mashii harkaa qaba. Ooyidiillee sirri'itti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba». Gade chapit la |