Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:10 - Waadaa Haarawa

10 Amma garuu qottoon mukkiin jala kaayamee jira. Kanaaf mukinni firii mishaa hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee, ibiddatti gatama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Kunoo amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:10
26 Referans Kwoze  

Anaan ka hin jiraanne akka dame'ee gara alaa titti gatamee ni goga, dameewwan akkana jiran kunniin, wolitti qabamanii gara ibiddaa itti gatamaniiti ni gubatan.


Amma garuu qottoon mukiin jala taa'ee jira. Kanaaf firii mishaa mukkiin hin daraarre marrinuu ni murama, gara ibiddaa titti'llee ni gatama.»


Firii mishaa mukinni hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.


Firii ana irra jiru damee hin daraarre maraa, abbaan kiyya muree ni gataan, damee firii daraaru garuu baayi'essee akka daraaruuf, kittaanee ni qulqulleessaan.


Qore'ee fi ximirroo yoo biqilichite garuu gati dhabeettii ni taati, yeroo dhiyo'otti'llee ni abaaramtti, muummeen isi'ii'llee ibiddatti gubachu'u.


Mukattii harbbu'uu takka karaa biratti argeeti gara isi'ii'llee ni dhaqe, garuu baala isi'ii malee womaayyuu irratti hin arganne. Kanaaf, «Ammaa achitti gonkumaa firiin sirratti hin argamin!» ni jedheen. Mukattiin'llee bakkumatti ni godde.


Eegaa wonitti kun marrinuu muka jiidhaa irratti ka raawwatamu yoo ta'e, muka gogeessa irratti ammoo, maaltu raawwatama laata?»


Ka dubbatu san hin fudhannuun akkuma jedhaniintti ufi eeggadhaa, sunniin Waaqinni karaa namaatiin arddi'ii isaanitti yoo dubbatu hin dhageennu worri jedhan jalaa yoo hin bayin, eegaa nu'u sami'ii ka nutti dubbatu fudhachuu yoo dhabaanne attamitti jalaa baana!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite