Wongeela Maatewos 3:1 - Waadaa Haarawa1 Yeroo sanitti Yohaannisiin cuuphaan gammoojjii Yihuda'aa keessa lallaba'aa ni dhufe. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1-2 Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1-2 Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteertii cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallaba'aa dhufe. Gade chapit la |